1. Home /
  2. Community organisation /
  3. Befikadu Bekele


Category

General Information

Locality: Edmonton, Alberta

Phone: +1 780-680-2488



Address: 11230 st alber trial T5M 3p2 Edmonton, AB, Canada

Website: befikadubekele.com/

Likes: 18640

Reviews

Add review



Facebook Blog

Befikadu Bekele 23.01.2021

Dubbiin waqayyo Bu’aansa kanadha. Waqayyo. Ayyaana kiristoosiin qajeelotatti lakka’amnee , abdiidhaan jireenya barabaraa akka argannuuf kana nuuf godhe. Dubbiin kun amanamaadha.warri waqayyotti amanan hojii gaariitti qabamuudhaaf akka dhimmaniif dubbii kana cimsitee akka qabdu nanbarbaada ;Dubbiin kun namaaf ba’eessa , dhimmas inbaasaaf.

Befikadu Bekele 30.12.2020

QAJEELUMMAA Nama Qajeelaa ta’uun faayidaansaa inni jalqabaaf inni dhumaa abbaadhumasaafidha. 3 Waaqayyo yommus Seexanichaan, Iyoob garbicha koo irra yaada kee keessee ree? Biyya lafaa irra namni akka isaatii hin jiru, inni hir'ina kan hin qabne, nama qajeelaa, nama ana Waaqayyoon sodaatu, nama waan hamaa irraas goruu dha; ofumaa isa irratti ka'ee akkan isa balleessuuf ati ana toosifteetta; inni garuu amma iyyuu qajeelummaadhuma isaatti jabaatee jira jedhe. # Namoonni hedd...uun inni maal waanta’eef ykn isheen maal waantaateef akkas naanjetti animmoo akkasin isheedhaan jedhekaa jedhanii yeroo dubbatan ijoollummaakootii jalqabee hamma har’aatti nandhaga’a taajjabaan guddadhe taajjabaan jiras.gatii jallinaa namni jallinaan deebisu nama jallaa sanarra waan ittiin caalu hinqabu hinumaayyuu gadidha malee. Maaliif namarraa fuudhee namatti deebise waanta’eef.utuu namarraa fuudhee waaqayyoof dhiise akkam gaarii ture silaa! WAANGOONUUF GATIIN NUUF KENNAMU GATII GOCHA KEENYA MADAALUTU QOPHAAYEERA. Itti dabalees, Barri kun itti raawwatamu waan dhi'aateef, dubbii macaafa kana keessatti raajii dubbatame mallattoodhaan hin cufin*! 11 Inni waan jal'aa hojjetu, jal'aadhuma isaa haa hojjetu; inni xuraa'aan, ittumaa of haa xureessu; inni waan qajeelaa hojjetu, qajeelaadhuma isaa haa hojjetu; inni Waaqayyoof qulqullaa'e, isumaaf haa qulqullaa'u! jedhee anatti hime*. BARA HAARAA DHUFUTTI Itti dabalees, Barri kun itti raawwatamu waan dhi'aateef, dubbii macaafa kana keessatti raajii dubbatame mallattoodhaan hin cufin*! 11 Inni waan jal'aa hojjetu, jal'aadhuma isaa haa hojjetu; inni xuraa'aan, ittumaa of haa xureessu; inni waan qajeelaa hojjetu, qajeelaadhuma isaa haa hojjetu; inni Waaqayyoof qulqullaa'e, isumaaf haa qulqullaa'u! jedhee anatti hime*. BARA HAARAA DHUFUTTI Qajeellummaadhaan hammeenya nutti dhufu ofirraa haaqolannu.waqayyo qajeelaa waanta’eef qajeelota wajjiin dhaabata.jallinni dandeettii miti.gaariidhaan jallaa mo’achuun jagnummaadha. Waan godhan hinbeekanii dhiisiif jechuun nafa keenya hundumaa haaguutu! Ebifamteeta.

Befikadu Bekele 24.12.2020

Nagaan isiniif haatawu obboloonni gooftaatti jaallatamtan baga dhalachuu gooftaakeenyaan isingaye. Angafni Nagaa Akka Dhalatu Raajii Dubbachuu Isaa 91 Warri dhiphina keessa turan si'achi dukkana keessa hin jiraatan; inni bara durii biyya Zaabiloonii fi biyya Niftaalem gad deebise, bara dhufutti immoo biyya Yordaanos gamaa fi Galiilaa isa kan saba warra kaaniif ulfina in kenna. 2 Sabni dukkana keessa jiraatu ifa guddaa isaa in arga, warra gaadidduu du'aa jala jiraataniifis...Continue reading

Befikadu Bekele 04.12.2020

Sagantaa kamisa galgalaa!

Befikadu Bekele 19.11.2020

nagaan isiniif haatawu .faarsaan kun ergaa yerooti dhaggeeffatanii akka ittiin jajjabaattan kadhannaakooti. https://www.youtube.com/watch?v=DUIyworK_gM